Duration 3:47

Pireezidantiin Itti aantuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aadde Caaltuu Saani.

Published 22 Jun 2020

Aadaa walbira ijaajuu ummanni oromoo qabu cimsuun hawaasni hundi hojii keenna tajaajila lammummaa irrattii hirmachuu qabaa jedhan Pireezidantiin Itti aantuu Mootummaa Naannoo Oromiyaa Aadde Caaltuu Saani. Godina Iluu Abbaa Boorittii hojiin ijaarsa daree dabalataa mana barumsaa Bishaari sadarkaa 1ffaa magaalaa mattuuf dhakaan bu’uuraa kaa’ame.

Category

Show more

Comments - 26